Hud · 73/123
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Hud
قَالُوا أَتَعْجَبِينَ مِنْ أَمْرِ اللَّهِ ۖ رَحْمَتُ اللَّهِ وَبَرَكَاتُهُ عَلَيْكُمْ أَهْلَ الْبَيْتِ ۚ إِنَّهُ حَمِيدٌ مَّجِيدٌ ۝٧٣
Qaalooo ata`jabeena min amril laahi rahmatul laahi wa barakaatuho `alaikum Ahlal Bayt; innahoo Hameedum Majeed
📖 Afaan Oromoon
Ni jedhan: “Sila murtii Rabbii irraa dinqisiifattaa? Yaa warra manichaa! Rahmanni Rabbiitiifi barakaan Isaa isin irra haa jiraatu; dhugumatti, Inni faarfamaa, guddaadha.”

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 71-75 — Suuratu Hud

71وَامْرَأَتُهُ قَائِمَةٌ فَضَحِكَتْ فَبَشَّرْنَاهَا بِإِسْحَاقَ وَمِن وَرَاءِ إِسْحَاقَ يَعْقُوبَ
Niitiin isaa dhaabattuu turtee achumaan kolfiteNuti Isihaaqiin, Isihaaq boodas Ya’aquubiin ishee gammachiifne
72قَالَتْ يَا وَيْلَتَىٰ أَأَلِدُ وَأَنَا عَجُوزٌ وَهَٰذَا بَعْلِي شَيْخًا ۖ إِنَّ هَٰذَا لَشَيْءٌ عَجِيبٌ
Ni jette: “Yaa badii kiyya! Sila odoo ani dullattii, dhirsi kiyya kunis dullacha ta’ee jiruun da’aa? Dhugumatti, kun waan dinqisiisaa dha!”
73قَالُوا أَتَعْجَبِينَ مِنْ أَمْرِ اللَّهِ ۖ رَحْمَتُ اللَّهِ وَبَرَكَاتُهُ عَلَيْكُمْ أَهْلَ الْبَيْتِ ۚ إِنَّهُ حَمِيدٌ مَّجِيدٌ
Ni jedhan: “Sila murtii Rabbii irraa dinqisiifattaa? Yaa warra manichaa! Rahmanni Rabbiitiifi barakaan Isaa isin irra haa jiraatu; dhugumatti, Inni faarfamaa, guddaadha.”
74فَلَمَّا ذَهَبَ عَنْ إِبْرَاهِيمَ الرَّوْعُ وَجَاءَتْهُ الْبُشْرَىٰ يُجَادِلُنَا فِي قَوْمِ لُوطٍ
Yeroma Ibraahiim irraa sodaan deemee gammachuun isatti dhuftu, inni ummata Luux keessatti Nuun falmuu eegale
75إِنَّ إِبْرَاهِيمَ لَحَلِيمٌ أَوَّاهٌ مُّنِيبٌ
Dhugumatti, Ibraahiim obsaa, mararfataa, deebi’aadha
HudTarreeffama Qur'ana
123Aayah
MeccanRevelation
73Aayah

Hiikkaa — Hud 73

Suuratu Hud Aayah 73 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni jedhan: “Sila murtii Rabbii irraa dinqisiifattaa? Yaa warra manichaa!…

Suuratu Aayah 73/123 — Suuratu Hud هود (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Hud Caqasi, Suuratu Hud Hiikkaa, Suuratu Hud mp3, Suuratu Hud pdf. Aayah 71–75. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers