Al-Hijr · 33/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
قَالَ لَمْ أَكُن لِّأَسْجُدَ لِبَشَرٍ خَلَقْتَهُ مِن صَلْصَالٍ مِّنْ حَمَإٍ مَّسْنُونٍ ۝٣٣
Qaala lam akul li asjuda libasharin khalaqtahoo min salsaalim min hama im masnoon
📖 Afaan Oromoon
[Inni] “Ani nama Ati suphee (faara) dhoqqee jijjiiramaa ta’e irraa uumteef sujuuda hin bu’u” jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 31-35 — Suuratu Al-Hijr

31إِلَّا إِبْلِيسَ أَبَىٰ أَن يَكُونَ مَعَ السَّاجِدِينَ
Garuu Ibliis warra sujuuda bu’an irraa ta’uu ni dide
32قَالَ يَا إِبْلِيسُ مَا لَكَ أَلَّا تَكُونَ مَعَ السَّاجِدِينَ
(Rabbiin) “Yaa Ibliis! Maaliif warra sujuuda bu’an irraa ta’uu didde?” jedhee
33قَالَ لَمْ أَكُن لِّأَسْجُدَ لِبَشَرٍ خَلَقْتَهُ مِن صَلْصَالٍ مِّنْ حَمَإٍ مَّسْنُونٍ
[Inni] “Ani nama Ati suphee (faara) dhoqqee jijjiiramaa ta’e irraa uumteef sujuuda hin bu’u” jedhe
34قَالَ فَاخْرُجْ مِنْهَا فَإِنَّكَ رَجِيمٌ
(Rabbiinis) “ishee irraa ba’i; Ati dhugumatti darbamaadha
35وَإِنَّ عَلَيْكَ اللَّعْنَةَ إِلَىٰ يَوْمِ الدِّينِ
Dhugumatti hanga Guyyaa Murtiitti abaarsi sirra jira.”
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 33

Suuratu Al-Hijr Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Inni] “Ani nama Ati suphee (faara) dhoqqee jijjiiramaa ta’e irraa…

Suuratu Aayah 33/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers