Al-Hijr · 32/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hijr
قَالَ يَا إِبْلِيسُ مَا لَكَ أَلَّا تَكُونَ مَعَ السَّاجِدِينَ ۝٣٢
Qaala yaaa Ibleesu maa laka allaa takoona ma`as saajideen
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiin) “Yaa Ibliis! Maaliif warra sujuuda bu’an irraa ta’uu didde?” jedhee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 30-34 — Al-Hijr

30فَسَجَدَ الْمَلَائِكَةُ كُلُّهُمْ أَجْمَعُونَ
Maleeykonni hundi walumaa galatti sujuuda bu’an
31إِلَّا إِبْلِيسَ أَبَىٰ أَن يَكُونَ مَعَ السَّاجِدِينَ
Garuu Ibliis warra sujuuda bu’an irraa ta’uu ni dide
32قَالَ يَا إِبْلِيسُ مَا لَكَ أَلَّا تَكُونَ مَعَ السَّاجِدِينَ
(Rabbiin) “Yaa Ibliis! Maaliif warra sujuuda bu’an irraa ta’uu didde?” jedhee
33قَالَ لَمْ أَكُن لِّأَسْجُدَ لِبَشَرٍ خَلَقْتَهُ مِن صَلْصَالٍ مِّنْ حَمَإٍ مَّسْنُونٍ
[Inni] “Ani nama Ati suphee (faara) dhoqqee jijjiiramaa ta’e irraa uumteef sujuuda hin bu’u” jedhe
34قَالَ فَاخْرُجْ مِنْهَا فَإِنَّكَ رَجِيمٌ
(Rabbiinis) “ishee irraa ba’i; Ati dhugumatti darbamaadha
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 32

Suuratu Al-Hijr Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiin) “Yaa Ibliis! Maaliif warra sujuuda bu’an irraa ta’uu didde?”…

Suuratu Aayah 32/99 — Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hijr Caqasi, Al-Hijr Hiikkaa, Al-Hijr mp3, Al-Hijr pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers