Al-Hijr · 34/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
قَالَ فَاخْرُجْ مِنْهَا فَإِنَّكَ رَجِيمٌ ۝٣٤
Qaala fakhruj minhaa fa innaka rajeem
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiinis) “ishee irraa ba’i; Ati dhugumatti darbamaadha

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 32-36 — Suuratu Al-Hijr

32قَالَ يَا إِبْلِيسُ مَا لَكَ أَلَّا تَكُونَ مَعَ السَّاجِدِينَ
(Rabbiin) “Yaa Ibliis! Maaliif warra sujuuda bu’an irraa ta’uu didde?” jedhee
33قَالَ لَمْ أَكُن لِّأَسْجُدَ لِبَشَرٍ خَلَقْتَهُ مِن صَلْصَالٍ مِّنْ حَمَإٍ مَّسْنُونٍ
[Inni] “Ani nama Ati suphee (faara) dhoqqee jijjiiramaa ta’e irraa uumteef sujuuda hin bu’u” jedhe
34قَالَ فَاخْرُجْ مِنْهَا فَإِنَّكَ رَجِيمٌ
(Rabbiinis) “ishee irraa ba’i; Ati dhugumatti darbamaadha
35وَإِنَّ عَلَيْكَ اللَّعْنَةَ إِلَىٰ يَوْمِ الدِّينِ
Dhugumatti hanga Guyyaa Murtiitti abaarsi sirra jira.”
36قَالَ رَبِّ فَأَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
“Gooftaa kiyya! Hanga guyyaa kaafamaatti na tursiisi” jedhe
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 34

Suuratu Al-Hijr Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiinis) “ishee irraa ba’i; Ati dhugumatti darbamaadha

Suuratu Aayah 34/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers