Al-Hijr · 36/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
قَالَ رَبِّ فَأَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ ۝٣٦
Qaala Rabbi fa anzirneee ilaa Yawmi yub`asoon
📖 Afaan Oromoon
“Gooftaa kiyya! Hanga guyyaa kaafamaatti na tursiisi” jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 34-38 — Suuratu Al-Hijr

34قَالَ فَاخْرُجْ مِنْهَا فَإِنَّكَ رَجِيمٌ
(Rabbiinis) “ishee irraa ba’i; Ati dhugumatti darbamaadha
35وَإِنَّ عَلَيْكَ اللَّعْنَةَ إِلَىٰ يَوْمِ الدِّينِ
Dhugumatti hanga Guyyaa Murtiitti abaarsi sirra jira.”
36قَالَ رَبِّ فَأَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
“Gooftaa kiyya! Hanga guyyaa kaafamaatti na tursiisi” jedhe
37قَالَ فَإِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ
(Rabbiinis) “Dhugumatti, ati tursiifamtoota irraayi” jedhe
38إِلَىٰ يَوْمِ الْوَقْتِ الْمَعْلُومِ
“Hanga guyyaa yeroo beekaamaatti.”
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
36Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 36

Suuratu Al-Hijr Aayah 36 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Gooftaa kiyya! Hanga guyyaa kaafamaatti na tursiisi” jedhe

Suuratu Aayah 36/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 34–38. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers