Al-Hijr · 35/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَإِنَّ عَلَيْكَ اللَّعْنَةَ إِلَىٰ يَوْمِ الدِّينِ ۝٣٥
Wa inna `alikal la`nata ilaa Yawmid Deen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti hanga Guyyaa Murtiitti abaarsi sirra jira.”

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 33-37 — Suuratu Al-Hijr

33قَالَ لَمْ أَكُن لِّأَسْجُدَ لِبَشَرٍ خَلَقْتَهُ مِن صَلْصَالٍ مِّنْ حَمَإٍ مَّسْنُونٍ
[Inni] “Ani nama Ati suphee (faara) dhoqqee jijjiiramaa ta’e irraa uumteef sujuuda hin bu’u” jedhe
34قَالَ فَاخْرُجْ مِنْهَا فَإِنَّكَ رَجِيمٌ
(Rabbiinis) “ishee irraa ba’i; Ati dhugumatti darbamaadha
35وَإِنَّ عَلَيْكَ اللَّعْنَةَ إِلَىٰ يَوْمِ الدِّينِ
Dhugumatti hanga Guyyaa Murtiitti abaarsi sirra jira.”
36قَالَ رَبِّ فَأَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
“Gooftaa kiyya! Hanga guyyaa kaafamaatti na tursiisi” jedhe
37قَالَ فَإِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ
(Rabbiinis) “Dhugumatti, ati tursiifamtoota irraayi” jedhe
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
35Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 35

Suuratu Al-Hijr Aayah 35 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti hanga Guyyaa Murtiitti abaarsi sirra jira.”

Suuratu Aayah 35/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 33–37. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers