Al-Hijr · 48/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
لَا يَمَسُّهُمْ فِيهَا نَصَبٌ وَمَا هُم مِّنْهَا بِمُخْرَجِينَ ۝٤٨
Laa yamas suhum feehaa nasabunw wa maa hum minhaa bimukhrajeen
📖 Afaan Oromoon
Ishee keessatti dadhabbiin isaan hin tuquIsaanis ishee irraa hin baafamanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 46-50 — Suuratu Al-Hijr

46ادْخُلُوهَا بِسَلَامٍ آمِنِينَ
“Nagaan tasgabbaa’aa ishee seenaa” (jedhamaan)
47وَنَزَعْنَا مَا فِي صُدُورِهِم مِّنْ غِلٍّ إِخْوَانًا عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
Obboleeyyan siree irratti walitti garagaggalan ta’anii jibbaa irraa waan qoma isaanii keessa jiru baafne
48لَا يَمَسُّهُمْ فِيهَا نَصَبٌ وَمَا هُم مِّنْهَا بِمُخْرَجِينَ
Ishee keessatti dadhabbiin isaan hin tuquIsaanis ishee irraa hin baafamanu
49۞ نَبِّئْ عِبَادِي أَنِّي أَنَا الْغَفُورُ الرَّحِيمُ
“Ani dhugumatti Anatu araaramaa, rahmata godhaadha” jechuu gabroota kiyyatti odeessi
50وَأَنَّ عَذَابِي هُوَ الْعَذَابُ الْأَلِيمُ
“Adabni kiyyas isatu adabbii laalessaadha” (jeechuus itti himi)
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
48Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 48

Suuratu Al-Hijr Aayah 48 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee keessatti dadhabbiin isaan hin tuquIsaanis ishee irraa hin baafamanu

Suuratu Aayah 48/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 46–50. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers