Al-Hijr · 61/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hijr
فَلَمَّا جَاءَ آلَ لُوطٍ الْمُرْسَلُونَ ۝٦١
Falamma jaaa`a Aala Lootinil mursaloon
📖 Afaan Oromoon
Yeroma ergamoonni maatii Luuxitti dhufanu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 59-63 — Al-Hijr

59إِلَّا آلَ لُوطٍ إِنَّا لَمُنَجُّوهُمْ أَجْمَعِينَ
“Garuu maatii Luux dhugumatti, nuti hunduma ta’anii isaan baraarsoodha.”
60إِلَّا امْرَأَتَهُ قَدَّرْنَا ۙ إِنَّهَا لَمِنَ الْغَابِرِينَ
“Niitii isaa malee; Nuti (adaba keessatti) haftoota irraa ta’uu ishee murteessine.”
61فَلَمَّا جَاءَ آلَ لُوطٍ الْمُرْسَلُونَ
Yeroma ergamoonni maatii Luuxitti dhufanu
62قَالَ إِنَّكُمْ قَوْمٌ مُّنكَرُونَ
“Dhugumatti, isin ummata wallaalamoodha” jedhe
63قَالُوا بَلْ جِئْنَاكَ بِمَا كَانُوا فِيهِ يَمْتَرُونَ
“Dhugumatti nuti waan isaan isa keessatti shakkaa turaniin sitti dhufne” jedhan
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
61Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 61

Suuratu Al-Hijr Aayah 61 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroma ergamoonni maatii Luuxitti dhufanu

Suuratu Aayah 61/99 — Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hijr Caqasi, Al-Hijr Hiikkaa, Al-Hijr mp3, Al-Hijr pdf. Aayah 59–63. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers