Al-Hijr · 60/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
إِلَّا امْرَأَتَهُ قَدَّرْنَا ۙ إِنَّهَا لَمِنَ الْغَابِرِينَ ۝٦٠
Illam ra atahoo qaddarnaaa innahaa laminal ghaabireen
📖 Afaan Oromoon
“Niitii isaa malee; Nuti (adaba keessatti) haftoota irraa ta’uu ishee murteessine.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 58-62 — Suuratu Al-Hijr

58قَالُوا إِنَّا أُرْسِلْنَا إِلَىٰ قَوْمٍ مُّجْرِمِينَ
“Nuti dhugumatti, gara ummata yakkamtootaatti ergamne” jedhan
59إِلَّا آلَ لُوطٍ إِنَّا لَمُنَجُّوهُمْ أَجْمَعِينَ
“Garuu maatii Luux dhugumatti, nuti hunduma ta’anii isaan baraarsoodha.”
60إِلَّا امْرَأَتَهُ قَدَّرْنَا ۙ إِنَّهَا لَمِنَ الْغَابِرِينَ
“Niitii isaa malee; Nuti (adaba keessatti) haftoota irraa ta’uu ishee murteessine.”
61فَلَمَّا جَاءَ آلَ لُوطٍ الْمُرْسَلُونَ
Yeroma ergamoonni maatii Luuxitti dhufanu
62قَالَ إِنَّكُمْ قَوْمٌ مُّنكَرُونَ
“Dhugumatti, isin ummata wallaalamoodha” jedhe
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
60Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 60

Suuratu Al-Hijr Aayah 60 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Niitii isaa malee; Nuti (adaba keessatti) haftoota irraa ta’uu ishee…

Suuratu Aayah 60/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 58–62. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers