Al-Hijr · 62/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
قَالَ إِنَّكُمْ قَوْمٌ مُّنكَرُونَ ۝٦٢
Qaala innakum qawmum munkaroon
📖 Afaan Oromoon
“Dhugumatti, isin ummata wallaalamoodha” jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 60-64 — Suuratu Al-Hijr

60إِلَّا امْرَأَتَهُ قَدَّرْنَا ۙ إِنَّهَا لَمِنَ الْغَابِرِينَ
“Niitii isaa malee; Nuti (adaba keessatti) haftoota irraa ta’uu ishee murteessine.”
61فَلَمَّا جَاءَ آلَ لُوطٍ الْمُرْسَلُونَ
Yeroma ergamoonni maatii Luuxitti dhufanu
62قَالَ إِنَّكُمْ قَوْمٌ مُّنكَرُونَ
“Dhugumatti, isin ummata wallaalamoodha” jedhe
63قَالُوا بَلْ جِئْنَاكَ بِمَا كَانُوا فِيهِ يَمْتَرُونَ
“Dhugumatti nuti waan isaan isa keessatti shakkaa turaniin sitti dhufne” jedhan
64وَأَتَيْنَاكَ بِالْحَقِّ وَإِنَّا لَصَادِقُونَ
“Dhugaadhaan sitti dhufneDhugumatti nuti dhugaa dubbattoota
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
62Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 62

Suuratu Al-Hijr Aayah 62 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Dhugumatti, isin ummata wallaalamoodha” jedhe

Suuratu Aayah 62/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 60–64. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers