Al-Hijr · 78/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَإِن كَانَ أَصْحَابُ الْأَيْكَةِ لَظَالِمِينَ ۝٧٨
Wa in kaana Ashaabul Aikati lazaalimeen
📖 Afaan Oromoon
Dubbiif, warri bosonaa dhugumatti miidhaa raawwattoota ta’an

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 76-80 — Suuratu Al-Hijr

76وَإِنَّهَا لَبِسَبِيلٍ مُّقِيمٍ
Dhugumatti, isheen (magaalattiin) daandii qajeelaa irra jirti
77إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّلْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mu’uminootaaf mallattootu jirti
78وَإِن كَانَ أَصْحَابُ الْأَيْكَةِ لَظَالِمِينَ
Dubbiif, warri bosonaa dhugumatti miidhaa raawwattoota ta’an
79فَانتَقَمْنَا مِنْهُمْ وَإِنَّهُمَا لَبِإِمَامٍ مُّبِينٍ
Haaloo isaan irraa ba’anneDhugumatti, isaan lamaanuu daandii ifa ta’e irra jiru
80وَلَقَدْ كَذَّبَ أَصْحَابُ الْحِجْرِ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti jiraattonni Hijris ergamtoota kijibsiisaniiru
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
78Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 78

Suuratu Al-Hijr Aayah 78 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dubbiif, warri bosonaa dhugumatti miidhaa raawwattoota ta’an

Suuratu Aayah 78/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 76–80. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Thursday, October 1, 2026

Don't forget us in your sincere prayers