An-Nahl · 38/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
وَأَقْسَمُوا بِاللَّهِ جَهْدَ أَيْمَانِهِمْ ۙ لَا يَبْعَثُ اللَّهُ مَن يَمُوتُ ۚ بَلَىٰ وَعْدًا عَلَيْهِ حَقًّا وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ ۝٣٨
Wa aqsamoo billaahi jahda aimaanihim laa yab`asul laahu mai yamoot; balaa wa`dan `alaihi haqqanw wa laakinna aksaran naasi laa ya`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Kakaa isaanii kan daangaa gahe “Rabbiin nama du’e hin kaasu” jechuun Rabbiin kakatanLakkisaa (isin kaasaa); Waadaa isa irratti dhugaa ta’e (Rabbiin seeneera)Garuu irra hedduun namaa hin beekanu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 36-40 — An-Nahl

36وَلَقَدْ بَعَثْنَا فِي كُلِّ أُمَّةٍ رَّسُولًا أَنِ اعْبُدُوا اللَّهَ وَاجْتَنِبُوا الطَّاغُوتَ ۖ فَمِنْهُم مَّنْ هَدَى اللَّهُ وَمِنْهُم مَّنْ حَقَّتْ عَلَيْهِ الضَّلَالَةُ ۚ فَسِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَانظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُكَذِّبِينَ
Dhugumatti, Nuti “Rabbiin gabbaraa; taabota (gabbaruu) irraas fagaadhaa” (jechuun) ummata hunda keessatti ergamaa erginee jirraIsaan irraa nama Rabbiin isa qajeelchetu jiraAmmas isaan irraa nama jallinni isa irratti mirkanaa’etu jiraDachii keessa deemaatii booddeen sobsiiftotaa akkam akka ta’e ilaalaa
37إِن تَحْرِصْ عَلَىٰ هُدَاهُمْ فَإِنَّ اللَّهَ لَا يَهْدِي مَن يُضِلُّ ۖ وَمَا لَهُم مِّن نَّاصِرِينَ
Yoo qajeeluma isaanii irratti bololtes (qajeelchuu hin dandeessu)Dhugumatti Rabbiin namoota jallisu hin qajeelchu; tumsitoonnis isaaniif hin jiran
38وَأَقْسَمُوا بِاللَّهِ جَهْدَ أَيْمَانِهِمْ ۙ لَا يَبْعَثُ اللَّهُ مَن يَمُوتُ ۚ بَلَىٰ وَعْدًا عَلَيْهِ حَقًّا وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ
Kakaa isaanii kan daangaa gahe “Rabbiin nama du’e hin kaasu” jechuun Rabbiin kakatanLakkisaa (isin kaasaa); Waadaa isa irratti dhugaa ta’e (Rabbiin seeneera)Garuu irra hedduun namaa hin beekanu
39لِيُبَيِّنَ لَهُمُ الَّذِي يَخْتَلِفُونَ فِيهِ وَلِيَعْلَمَ الَّذِينَ كَفَرُوا أَنَّهُمْ كَانُوا كَاذِبِينَ
(Sababni du’a irraa isaan kaasuuf) akka waan isaan isa keessatti wal dhaban isaaniif ibsuufi akka warri kafaran dhugumatti kijiboota ta’uu isaanii beekaniifi
40إِنَّمَا قَوْلُنَا لِشَيْءٍ إِذَا أَرَدْنَاهُ أَن نَّقُولَ لَهُ كُن فَيَكُونُ
Wanta kamillee (ta’uu) isaa yoo feene, jechi keenya isaan ‘ta’i’ (jechuu) qofaAchumaan ta’a
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 38

Suuratu An-Nahl Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kakaa isaanii kan daangaa gahe “Rabbiin nama du’e hin kaasu”…

Suuratu Aayah 38/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers