Maryam · 91/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Maryam
أَن دَعَوْا لِلرَّحْمَٰنِ وَلَدًا ۝٩١
An da`aw lir Rahmaani waladaa
📖 Afaan Oromoon
Rahmaaniif ilma moggaasuu irraa (babbaqaqutti dhiaatu)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 89-93 — Maryam

89لَّقَدْ جِئْتُمْ شَيْئًا إِدًّا
Dhugumatti, isin waan fokkataa fiddaniirtu
90تَكَادُ السَّمَاوَاتُ يَتَفَطَّرْنَ مِنْهُ وَتَنشَقُّ الْأَرْضُ وَتَخِرُّ الْجِبَالُ هَدًّا
(Kana) irraa samiin babbaqaquu, dachiinis dhodhooyuufi gaarreenis caccabanii kufuuf dhiaatu (fiddan)
91أَن دَعَوْا لِلرَّحْمَٰنِ وَلَدًا
Rahmaaniif ilma moggaasuu irraa (babbaqaqutti dhiaatu)
92وَمَا يَنبَغِي لِلرَّحْمَٰنِ أَن يَتَّخِذَ وَلَدًا
Rahmaan ilma godhachuun isaaf hin malu
93إِن كُلُّ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ إِلَّا آتِي الرَّحْمَٰنِ عَبْدًا
Wanti samiifi dachii keessa jiran hundi gabra (Isaa) qofa ta’anii gara Rahmaan dhufanu malee hin hafan
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
91Aayah

Hiikkaa — Maryam 91

Suuratu Maryam Aayah 91 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rahmaaniif ilma moggaasuu irraa (babbaqaqutti dhiaatu)

Suuratu Aayah 91/98 — Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Maryam Caqasi, Maryam Hiikkaa, Maryam mp3, Maryam pdf. Aayah 89–93. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers