Maryam · 92/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Maryam
وَمَا يَنبَغِي لِلرَّحْمَٰنِ أَن يَتَّخِذَ وَلَدًا ۝٩٢
Wa maa yambaghee lir Rahmaani ai yattakhiza waladaa
📖 Afaan Oromoon
Rahmaan ilma godhachuun isaaf hin malu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 90-94 — Suuratu Maryam

90تَكَادُ السَّمَاوَاتُ يَتَفَطَّرْنَ مِنْهُ وَتَنشَقُّ الْأَرْضُ وَتَخِرُّ الْجِبَالُ هَدًّا
(Kana) irraa samiin babbaqaquu, dachiinis dhodhooyuufi gaarreenis caccabanii kufuuf dhiaatu (fiddan)
91أَن دَعَوْا لِلرَّحْمَٰنِ وَلَدًا
Rahmaaniif ilma moggaasuu irraa (babbaqaqutti dhiaatu)
92وَمَا يَنبَغِي لِلرَّحْمَٰنِ أَن يَتَّخِذَ وَلَدًا
Rahmaan ilma godhachuun isaaf hin malu
93إِن كُلُّ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ إِلَّا آتِي الرَّحْمَٰنِ عَبْدًا
Wanti samiifi dachii keessa jiran hundi gabra (Isaa) qofa ta’anii gara Rahmaan dhufanu malee hin hafan
94لَّقَدْ أَحْصَاهُمْ وَعَدَّهُمْ عَدًّا
Dhugumatti, Inni tokko tokkoon isaan beeka; lakkoofsa guutuu ta’es isaan lakkaa’eera
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
92Aayah

Hiikkaa — Maryam 92

Suuratu Maryam Aayah 92 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rahmaan ilma godhachuun isaaf hin malu

Suuratu Aayah 92/98 — Suuratu Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Maryam Caqasi, Suuratu Maryam Hiikkaa, Suuratu Maryam mp3, Suuratu Maryam pdf. Aayah 90–94. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers