Maryam · 90/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Maryam
تَكَادُ السَّمَاوَاتُ يَتَفَطَّرْنَ مِنْهُ وَتَنشَقُّ الْأَرْضُ وَتَخِرُّ الْجِبَالُ هَدًّا ۝٩٠
Takaadus samaawaatu yatafattarna minhu wa tanshaq qul ardu wa takhirrul jibaalu haddaa
📖 Afaan Oromoon
(Kana) irraa samiin babbaqaquu, dachiinis dhodhooyuufi gaarreenis caccabanii kufuuf dhiaatu (fiddan)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 88-92 — Suuratu Maryam

88وَقَالُوا اتَّخَذَ الرَّحْمَٰنُ وَلَدًا
“Rahmaan ilma godhate” jedhu
89لَّقَدْ جِئْتُمْ شَيْئًا إِدًّا
Dhugumatti, isin waan fokkataa fiddaniirtu
90تَكَادُ السَّمَاوَاتُ يَتَفَطَّرْنَ مِنْهُ وَتَنشَقُّ الْأَرْضُ وَتَخِرُّ الْجِبَالُ هَدًّا
(Kana) irraa samiin babbaqaquu, dachiinis dhodhooyuufi gaarreenis caccabanii kufuuf dhiaatu (fiddan)
91أَن دَعَوْا لِلرَّحْمَٰنِ وَلَدًا
Rahmaaniif ilma moggaasuu irraa (babbaqaqutti dhiaatu)
92وَمَا يَنبَغِي لِلرَّحْمَٰنِ أَن يَتَّخِذَ وَلَدًا
Rahmaan ilma godhachuun isaaf hin malu
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
90Aayah

Hiikkaa — Maryam 90

Suuratu Maryam Aayah 90 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Kana) irraa samiin babbaqaquu, dachiinis dhodhooyuufi gaarreenis caccabanii kufuuf dhiaatu…

Suuratu Aayah 90/98 — Suuratu Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Maryam Caqasi, Suuratu Maryam Hiikkaa, Suuratu Maryam mp3, Suuratu Maryam pdf. Aayah 88–92. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers