Al-Baqarah · 44/286
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Baqarah
۞ أَتَأْمُرُونَ النَّاسَ بِالْبِرِّ وَتَنسَوْنَ أَنفُسَكُمْ وَأَنتُمْ تَتْلُونَ الْكِتَابَ ۚ أَفَلَا تَعْقِلُونَ ۝٤٤
Ataamuroonan naasa bilbirri wa tansawna anfusakum wa antum tatloonal Kitaab; afalaa ta`qiloon
📖 Afaan Oromoon
Sila odoo kitaaba dubbiftanuu gaariitti nama ajajaa lubbuu keessan dagattuu! Sila hin xiinxaltanuu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 42-46 — Al-Baqarah

42وَلَا تَلْبِسُوا الْحَقَّ بِالْبَاطِلِ وَتَكْتُمُوا الْحَقَّ وَأَنتُمْ تَعْلَمُونَ
Odoo beektanii dhugaa sobaan [walitti] hin makinaa; haqa hin dhoksinaas
43وَأَقِيمُوا الصَّلَاةَ وَآتُوا الزَّكَاةَ وَارْكَعُوا مَعَ الرَّاكِعِينَ
Salaata seeraan salaataa; zakaas kennaa; warra rukuu’a godhan wajjinis rukuu’a godhaa
44۞ أَتَأْمُرُونَ النَّاسَ بِالْبِرِّ وَتَنسَوْنَ أَنفُسَكُمْ وَأَنتُمْ تَتْلُونَ الْكِتَابَ ۚ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Sila odoo kitaaba dubbiftanuu gaariitti nama ajajaa lubbuu keessan dagattuu! Sila hin xiinxaltanuu
45وَاسْتَعِينُوا بِالصَّبْرِ وَالصَّلَاةِ ۚ وَإِنَّهَا لَكَبِيرَةٌ إِلَّا عَلَى الْخَاشِعِينَ
Obsaafi salaataan gargaarsa barbaadaaDhugumatti, isheen warra [Rabbiin] sodaatan irratti malee ulfaattuudha
46الَّذِينَ يَظُنُّونَ أَنَّهُم مُّلَاقُو رَبِّهِمْ وَأَنَّهُمْ إِلَيْهِ رَاجِعُونَ
[Isaan] warra Gooftaa isaanii wajjiin wal qunnamuufi gara Isaatti deebi’uu mirkaneeffataniidha
Al-BaqarahTarreeffama Qur'ana
286Aayah
MedinanRevelation
44Aayah

Hiikkaa — Al-Baqarah 44

Suuratu Al-Baqarah Aayah 44 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila odoo kitaaba dubbiftanuu gaariitti nama ajajaa lubbuu keessan dagattuu!…

Suuratu Aayah 44/286 — Al-Baqarah البقرة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Baqarah Caqasi, Al-Baqarah Hiikkaa, Al-Baqarah mp3, Al-Baqarah pdf. Aayah 42–46. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers