Al-Hajj · 74/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hajj
مَا قَدَرُوا اللَّهَ حَقَّ قَدْرِهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ لَقَوِيٌّ عَزِيزٌ ٧٤
Transliteration
Maa qadrul laaha haqqa qadrih; innal laaha la Qawiyyun `Azeez
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Dhugaa guddina Isaa Rabbiin hin guddifneDhugumatti, Rabbiin jabaa, injifataadha
🎧 Caqasi
📜 Aayah 72-76 — Al-Hajj
72وَإِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِمْ آيَاتُنَا بَيِّنَاتٍ تَعْرِفُ فِي وُجُوهِ الَّذِينَ كَفَرُوا الْمُنكَرَ ۖ يَكَادُونَ يَسْطُونَ بِالَّذِينَ يَتْلُونَ عَلَيْهِمْ آيَاتِنَا ۗ قُلْ أَفَأُنَبِّئُكُم بِشَرٍّ مِّن ذَٰلِكُمُ ۗ النَّارُ وَعَدَهَا اللَّهُ الَّذِينَ كَفَرُوا ۖ وَبِئْسَ الْمَصِيرُ
Yeroo keeyyattoonni keenya kan ifa ta’an isaan irratti dubbifamanis, fuula warra kafaranii irraa (ajaja Rabbii) diduu hubattaWarra keeyyattoota keenya isaan irratti dubbisanitti utaaluutti dhihaatu(Yaa Muhammad!) “Sila waan sana caalaa hamaa ta’e isiniif himuu? Ibidda Rabbiin isaan kafaraniif waadaa galeedhaDeebichi waa fokkate!” jedhi
73يَا أَيُّهَا النَّاسُ ضُرِبَ مَثَلٌ فَاسْتَمِعُوا لَهُ ۚ إِنَّ الَّذِينَ تَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ لَن يَخْلُقُوا ذُبَابًا وَلَوِ اجْتَمَعُوا لَهُ ۖ وَإِن يَسْلُبْهُمُ الذُّبَابُ شَيْئًا لَّا يَسْتَنقِذُوهُ مِنْهُ ۚ ضَعُفَ الطَّالِبُ وَالْمَطْلُوبُ
Yaa namootaa! Fakkeenyi taasifamee jiraa isa dhaggeeffadhaaDhugumatti, isaan isin Rabbiin alatti kadhattan (gabbartan) odoo isaaf walitti qabamaniillee tiisisa tokko hin uumanuYoo tiisisni waan tokko isaan harkaa butes, (waan) san isa irraa buusuu hin danda’anuGabbaraafi gabbaramaan dadhabeera
74مَا قَدَرُوا اللَّهَ حَقَّ قَدْرِهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ لَقَوِيٌّ عَزِيزٌ
Dhugaa guddina Isaa Rabbiin hin guddifneDhugumatti, Rabbiin jabaa, injifataadha
75اللَّهُ يَصْطَفِي مِنَ الْمَلَائِكَةِ رُسُلًا وَمِنَ النَّاسِ ۚ إِنَّ اللَّهَ سَمِيعٌ بَصِيرٌ
Rabbiin maleykota irraa ergamoota filata; namoota irraas (ni filata)Dhugumatti, Rabbiin dhaga’aa, argaadha
76يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ ۗ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ
Inni wantoota fuuldura isaanii jiraniifi wantoota duuba isaanii jiran hunda ni beekaWantoonni hundi gara Rabbiitti deebifamti
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
74Aayah
Hiikkaa — Al-Hajj 74
Suuratu Al-Hajj Aayah 74 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugaa guddina Isaa Rabbiin hin guddifneDhugumatti, Rabbiin jabaa, injifataadhaSuuratu Aayah 74/78 — Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hajj Caqasi, Al-Hajj Hiikkaa, Al-Hajj mp3, Al-Hajj pdf. Aayah 72–76. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








