Al-Hajj · 75/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hajj
اللَّهُ يَصْطَفِي مِنَ الْمَلَائِكَةِ رُسُلًا وَمِنَ النَّاسِ ۚ إِنَّ اللَّهَ سَمِيعٌ بَصِيرٌ ۝٧٥
Allahu yastafee minal malaaa`ikati Rusulanw wa minan naas; innal laaha Samee`um Baseer
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin maleykota irraa ergamoota filata; namoota irraas (ni filata)Dhugumatti, Rabbiin dhaga’aa, argaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 73-77 — Al-Hajj

73يَا أَيُّهَا النَّاسُ ضُرِبَ مَثَلٌ فَاسْتَمِعُوا لَهُ ۚ إِنَّ الَّذِينَ تَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ لَن يَخْلُقُوا ذُبَابًا وَلَوِ اجْتَمَعُوا لَهُ ۖ وَإِن يَسْلُبْهُمُ الذُّبَابُ شَيْئًا لَّا يَسْتَنقِذُوهُ مِنْهُ ۚ ضَعُفَ الطَّالِبُ وَالْمَطْلُوبُ
Yaa namootaa! Fakkeenyi taasifamee jiraa isa dhaggeeffadhaaDhugumatti, isaan isin Rabbiin alatti kadhattan (gabbartan) odoo isaaf walitti qabamaniillee tiisisa tokko hin uumanuYoo tiisisni waan tokko isaan harkaa butes, (waan) san isa irraa buusuu hin danda’anuGabbaraafi gabbaramaan dadhabeera
74مَا قَدَرُوا اللَّهَ حَقَّ قَدْرِهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ لَقَوِيٌّ عَزِيزٌ
Dhugaa guddina Isaa Rabbiin hin guddifneDhugumatti, Rabbiin jabaa, injifataadha
75اللَّهُ يَصْطَفِي مِنَ الْمَلَائِكَةِ رُسُلًا وَمِنَ النَّاسِ ۚ إِنَّ اللَّهَ سَمِيعٌ بَصِيرٌ
Rabbiin maleykota irraa ergamoota filata; namoota irraas (ni filata)Dhugumatti, Rabbiin dhaga’aa, argaadha
76يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ ۗ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ
Inni wantoota fuuldura isaanii jiraniifi wantoota duuba isaanii jiran hunda ni beekaWantoonni hundi gara Rabbiitti deebifamti
77يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا ارْكَعُوا وَاسْجُدُوا وَاعْبُدُوا رَبَّكُمْ وَافْعَلُوا الْخَيْرَ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ ۩
Yaa warra amantan! Rukuu’a bu’aa; sujuudas bu’aa; Gooftaa keessanis gabbaraa; akka milkooftaniif toltuus hojjadhaa
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
75Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 75

Suuratu Al-Hajj Aayah 75 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin maleykota irraa ergamoota filata; namoota irraas (ni filata)Dhugumatti, Rabbiin…

Suuratu Aayah 75/78 — Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hajj Caqasi, Al-Hajj Hiikkaa, Al-Hajj mp3, Al-Hajj pdf. Aayah 73–77. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers