Al-Mu'minun · 56/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
نُسَارِعُ لَهُمْ فِي الْخَيْرَاتِ ۚ بَل لَّا يَشْعُرُونَ ۝٥٦
Nusaari`u lahum fil khairaat; bal laa yash`uroon
📖 Afaan Oromoon
Toltuuwwan isaaniif ariifachiifna (seuu?) Lakkii; (Nuti kanaaf hin goone)Garuu isaan hin hubatan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 54-58 — Suuratu Al-Mu'minun

54فَذَرْهُمْ فِي غَمْرَتِهِمْ حَتَّىٰ حِينٍ
Hanga yeroo murtaaeetti jallina isaanii keessatti isaan dhiisi
55أَيَحْسَبُونَ أَنَّمَا نُمِدُّهُم بِهِ مِن مَّالٍ وَبَنِينَ
Sila sababni Nuti qabeenyaafi ilmaan irraa isaaniif daballu (isaaniif gaarii)se’uu
56نُسَارِعُ لَهُمْ فِي الْخَيْرَاتِ ۚ بَل لَّا يَشْعُرُونَ
Toltuuwwan isaaniif ariifachiifna (seuu?) Lakkii; (Nuti kanaaf hin goone)Garuu isaan hin hubatan
57إِنَّ الَّذِينَ هُم مِّنْ خَشْيَةِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ
Dhugumatti, warri sodaa Gooftaa isaanii irraa naasuun jiraatan
58وَالَّذِينَ هُم بِآيَاتِ رَبِّهِمْ يُؤْمِنُونَ
Warri keeyyattoota Gooftaa isaaniittis amanan
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 56

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Toltuuwwan isaaniif ariifachiifna (seuu?) Lakkii; (Nuti kanaaf hin goone)Garuu isaan…

Suuratu Aayah 56/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers