Al-Mu'minun · 55/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
أَيَحْسَبُونَ أَنَّمَا نُمِدُّهُم بِهِ مِن مَّالٍ وَبَنِينَ ۝٥٥
A-yahsaboona annnamaa numiduhum bihee mimmaalinw wa baneen
📖 Afaan Oromoon
Sila sababni Nuti qabeenyaafi ilmaan irraa isaaniif daballu (isaaniif gaarii)se’uu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 53-57 — Suuratu Al-Mu'minun

53فَتَقَطَّعُوا أَمْرَهُم بَيْنَهُمْ زُبُرًا ۖ كُلُّ حِزْبٍ بِمَا لَدَيْهِمْ فَرِحُونَ
Amantii isaaniis gidduu isaanitti addaan cicciratanGareen hundinuu waan isaan bira jirutti gammadu
54فَذَرْهُمْ فِي غَمْرَتِهِمْ حَتَّىٰ حِينٍ
Hanga yeroo murtaaeetti jallina isaanii keessatti isaan dhiisi
55أَيَحْسَبُونَ أَنَّمَا نُمِدُّهُم بِهِ مِن مَّالٍ وَبَنِينَ
Sila sababni Nuti qabeenyaafi ilmaan irraa isaaniif daballu (isaaniif gaarii)se’uu
56نُسَارِعُ لَهُمْ فِي الْخَيْرَاتِ ۚ بَل لَّا يَشْعُرُونَ
Toltuuwwan isaaniif ariifachiifna (seuu?) Lakkii; (Nuti kanaaf hin goone)Garuu isaan hin hubatan
57إِنَّ الَّذِينَ هُم مِّنْ خَشْيَةِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ
Dhugumatti, warri sodaa Gooftaa isaanii irraa naasuun jiraatan
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
55Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 55

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 55 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila sababni Nuti qabeenyaafi ilmaan irraa isaaniif daballu (isaaniif gaarii)se’uu

Suuratu Aayah 55/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 53–57. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers