Al-Mu'minun · 79/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
وَهُوَ الَّذِي ذَرَأَكُمْ فِي الْأَرْضِ وَإِلَيْهِ تُحْشَرُونَ ۝٧٩
Wa Huwal lazee zara akum fil ardi wa ilaihi tuhsharoon
📖 Afaan Oromoon
Innis Isa dachii keessa isin facaaseedhaGara Isaattis walitti qabamtu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 77-81 — Suuratu Al-Mu'minun

77حَتَّىٰ إِذَا فَتَحْنَا عَلَيْهِم بَابًا ذَا عَذَابٍ شَدِيدٍ إِذَا هُمْ فِيهِ مُبْلِسُونَ
Yeroo balbala adabbii cimaa qabu isaan irratti banne, yeroma san isaan abdii muratoodha
78وَهُوَ الَّذِي أَنشَأَ لَكُمُ السَّمْعَ وَالْأَبْصَارَ وَالْأَفْئِدَةَ ۚ قَلِيلًا مَّا تَشْكُرُونَ
Innis Isa dhageettii, argaafi onnee isiniif uumeedhaWanti isin galateeffattan xiqqoo qofa
79وَهُوَ الَّذِي ذَرَأَكُمْ فِي الْأَرْضِ وَإِلَيْهِ تُحْشَرُونَ
Innis Isa dachii keessa isin facaaseedhaGara Isaattis walitti qabamtu
80وَهُوَ الَّذِي يُحْيِي وَيُمِيتُ وَلَهُ اخْتِلَافُ اللَّيْلِ وَالنَّهَارِ ۚ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Innis Isa jiraachisuufi ajjeesuudhaJijjiiramni halkaniifi guyyaas kan IsaatiSila hin hubattanii
81بَلْ قَالُوا مِثْلَ مَا قَالَ الْأَوَّلُونَ
Fakkaatuma waan warri duraanii jedhanii jedhan
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
79Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 79

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 79 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Innis Isa dachii keessa isin facaaseedhaGara Isaattis walitti qabamtu

Suuratu Aayah 79/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 77–81. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers