Ash-Shu'ara · 113/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِنْ حِسَابُهُمْ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّي ۖ لَوْ تَشْعُرُونَ ۝١١٣
In hisaabuhum illaa `alaa Rabbee law tash`uroon
📖 Afaan Oromoon
Odoo beektanii qormaanni isaanii Gooftaa kiyya qofa irra malee hin taane

🎧 Caqasi


📜 Aayah 111-115 — Suuratu Ash-Shu'ara

111۞ قَالُوا أَنُؤْمِنُ لَكَ وَاتَّبَعَكَ الْأَرْذَلُونَ
[Ummanni isaas] “sila nuti odoo warri gadi aanoon si hordofanii jiranuu siif amannaa?” jedhan
112قَالَ وَمَا عِلْمِي بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
[Innis] ni jedhe: “Waan isaan dalagaa turan maalittin beeka
113إِنْ حِسَابُهُمْ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّي ۖ لَوْ تَشْعُرُونَ
Odoo beektanii qormaanni isaanii Gooftaa kiyya qofa irra malee hin taane
114وَمَا أَنَا بِطَارِدِ الْمُؤْمِنِينَ
Ani ari’aa (fageesaa) Mu’uminootaa hin taane
115إِنْ أَنَا إِلَّا نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Ani akeekkachiisaa ifa bahaa ta’e malee hin taane.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
113Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 113

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 113 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo beektanii qormaanni isaanii Gooftaa kiyya qofa irra malee hin…

Suuratu Aayah 113/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 111–115. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers