Ash-Shu'ara · 115/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِنْ أَنَا إِلَّا نَذِيرٌ مُّبِينٌ ۝١١٥
In ana illaa nazeerum mubeen
📖 Afaan Oromoon
Ani akeekkachiisaa ifa bahaa ta’e malee hin taane.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 113-117 — Suuratu Ash-Shu'ara

113إِنْ حِسَابُهُمْ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّي ۖ لَوْ تَشْعُرُونَ
Odoo beektanii qormaanni isaanii Gooftaa kiyya qofa irra malee hin taane
114وَمَا أَنَا بِطَارِدِ الْمُؤْمِنِينَ
Ani ari’aa (fageesaa) Mu’uminootaa hin taane
115إِنْ أَنَا إِلَّا نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Ani akeekkachiisaa ifa bahaa ta’e malee hin taane.”
116قَالُوا لَئِن لَّمْ تَنتَهِ يَا نُوحُ لَتَكُونَنَّ مِنَ الْمَرْجُومِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Yaa Nuuh! [waan jettu irraa] yoo dhorgamuu baatte, warra dhakaan cafaqaman irraa taata.”
117قَالَ رَبِّ إِنَّ قَوْمِي كَذَّبُونِ
[Nuuhis] ni jedhe: “Yaa gooftaa kiyya! Dhugumatti, ummanni koo na sobsiisaniiru
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
115Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 115

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 115 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani akeekkachiisaa ifa bahaa ta’e malee hin taane.”

Suuratu Aayah 115/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 113–117. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers