Ash-Shu'ara · 116/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
قَالُوا لَئِن لَّمْ تَنتَهِ يَا نُوحُ لَتَكُونَنَّ مِنَ الْمَرْجُومِينَ ۝١١٦
Qaaloo la`il lam tantahi yaa Noohu latakoonanna minal marjoomeen
📖 Afaan Oromoon
[Isaan] ni jedhan: “Yaa Nuuh! [waan jettu irraa] yoo dhorgamuu baatte, warra dhakaan cafaqaman irraa taata.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 114-118 — Ash-Shu'ara

114وَمَا أَنَا بِطَارِدِ الْمُؤْمِنِينَ
Ani ari’aa (fageesaa) Mu’uminootaa hin taane
115إِنْ أَنَا إِلَّا نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Ani akeekkachiisaa ifa bahaa ta’e malee hin taane.”
116قَالُوا لَئِن لَّمْ تَنتَهِ يَا نُوحُ لَتَكُونَنَّ مِنَ الْمَرْجُومِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Yaa Nuuh! [waan jettu irraa] yoo dhorgamuu baatte, warra dhakaan cafaqaman irraa taata.”
117قَالَ رَبِّ إِنَّ قَوْمِي كَذَّبُونِ
[Nuuhis] ni jedhe: “Yaa gooftaa kiyya! Dhugumatti, ummanni koo na sobsiisaniiru
118فَافْتَحْ بَيْنِي وَبَيْنَهُمْ فَتْحًا وَنَجِّنِي وَمَن مَّعِيَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Ati gidduu kiyyaafi gidduu isaaniitti murtii [haqaa] murteessiAnaafi Mu’uminoota irraa nama na waliin ta’anis baraarsi.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
116Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 116

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 116 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Isaan] ni jedhan: “Yaa Nuuh! [waan jettu irraa] yoo dhorgamuu…

Suuratu Aayah 116/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 114–118. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers