Ash-Shu'ara · 114/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَمَا أَنَا بِطَارِدِ الْمُؤْمِنِينَ ۝١١٤
Wa maaa ana bitaaridil mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Ani ari’aa (fageesaa) Mu’uminootaa hin taane

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 112-116 — Suuratu Ash-Shu'ara

112قَالَ وَمَا عِلْمِي بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
[Innis] ni jedhe: “Waan isaan dalagaa turan maalittin beeka
113إِنْ حِسَابُهُمْ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّي ۖ لَوْ تَشْعُرُونَ
Odoo beektanii qormaanni isaanii Gooftaa kiyya qofa irra malee hin taane
114وَمَا أَنَا بِطَارِدِ الْمُؤْمِنِينَ
Ani ari’aa (fageesaa) Mu’uminootaa hin taane
115إِنْ أَنَا إِلَّا نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Ani akeekkachiisaa ifa bahaa ta’e malee hin taane.”
116قَالُوا لَئِن لَّمْ تَنتَهِ يَا نُوحُ لَتَكُونَنَّ مِنَ الْمَرْجُومِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Yaa Nuuh! [waan jettu irraa] yoo dhorgamuu baatte, warra dhakaan cafaqaman irraa taata.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
114Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 114

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 114 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani ari’aa (fageesaa) Mu’uminootaa hin taane

Suuratu Aayah 114/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 112–116. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Thursday, October 1, 2026

Don't forget us in your sincere prayers