Ash-Shu'ara · 132/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَاتَّقُوا الَّذِي أَمَدَّكُم بِمَا تَعْلَمُونَ ۝١٣٢
Wattaqul lazeee amad dakum bimaa ta`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Isa waan [gaggaarii] isin beektan hundaan isin badhaases sodaadhaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 130-134 — Suuratu Ash-Shu'ara

130وَإِذَا بَطَشْتُم بَطَشْتُمْ جَبَّارِينَ
Yeroo [namoota adabbiif] qabdanis gara jabeeyyii taatanii qabdan
131فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
132وَاتَّقُوا الَّذِي أَمَدَّكُم بِمَا تَعْلَمُونَ
Isa waan [gaggaarii] isin beektan hundaan isin badhaases sodaadhaa
133أَمَدَّكُم بِأَنْعَامٍ وَبَنِينَ
Beyladootaafi ilmaaniinis isin badhaase
134وَجَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwaniinis [isin qananiise]
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
132Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 132

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 132 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa waan [gaggaarii] isin beektan hundaan isin badhaases sodaadhaa

Suuratu Aayah 132/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 130–134. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers