Ash-Shu'ara · 133/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
أَمَدَّكُم بِأَنْعَامٍ وَبَنِينَ ۝١٣٣
Amaddakum bi an`aa minw wa baneen
📖 Afaan Oromoon
Beyladootaafi ilmaaniinis isin badhaase

🎧 Caqasi


📜 Aayah 131-135 — Suuratu Ash-Shu'ara

131فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
132وَاتَّقُوا الَّذِي أَمَدَّكُم بِمَا تَعْلَمُونَ
Isa waan [gaggaarii] isin beektan hundaan isin badhaases sodaadhaa
133أَمَدَّكُم بِأَنْعَامٍ وَبَنِينَ
Beyladootaafi ilmaaniinis isin badhaase
134وَجَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwaniinis [isin qananiise]
135إِنِّي أَخَافُ عَلَيْكُمْ عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Ani adabbii Guyyaa guddaan isin irratti sodaadha.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
133Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 133

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 133 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Beyladootaafi ilmaaniinis isin badhaase

Suuratu Aayah 133/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 131–135. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers