Ash-Shu'ara · 139/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَكَذَّبُوهُ فَأَهْلَكْنَاهُمْ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ ۝١٣٩
Fakazzaboohu fa ahlaknaahum; inna fee zaalika la aayah; wa maa kaana aksaruhum mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Isa sobsiisanii Nutis isaan balleessineDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane

🎧 Caqasi


📜 Aayah 137-141 — Suuratu Ash-Shu'ara

137إِنْ هَٰذَا إِلَّا خُلُقُ الْأَوَّلِينَ
Kun amaluma warra duriiti malee waan biraa miti
138وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ
Nuti kan adabamnuu miti” [jedhan]
139فَكَذَّبُوهُ فَأَهْلَكْنَاهُمْ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Isa sobsiisanii Nutis isaan balleessineDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane
140وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti, Rabbiin kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
141كَذَّبَتْ ثَمُودُ الْمُرْسَلِينَ
Samuud (ummanni Saalih) ergamtoota sobsiifte
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
139Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 139

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 139 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa sobsiisanii Nutis isaan balleessineDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra…

Suuratu Aayah 139/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 137–141. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers