Ash-Shu'ara · 205/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
أَفَرَأَيْتَ إِن مَّتَّعْنَاهُمْ سِنِينَ ۝٢٠٥
Aara`aita im matta`naahum sineen
📖 Afaan Oromoon
Mee naaf himi! Odoo waggoota hedduuf isaan qanansiifnee
🎧 Caqasi

📜 Aayah 203-207 — Ash-Shu'ara

203فَيَقُولُوا هَلْ نَحْنُ مُنظَرُونَ
[Akka amannuuf] “yeroon nuuf kennamuu danda’aa?” jedhu
204أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ
Sila adabbii keenya ariifachiifatuu
205أَفَرَأَيْتَ إِن مَّتَّعْنَاهُمْ سِنِينَ
Mee naaf himi! Odoo waggoota hedduuf isaan qanansiifnee
206ثُمَّ جَاءَهُم مَّا كَانُوا يُوعَدُونَ
Sana booda wanti isaan ittiin akeekkachiifamaa turan isaanitti dhufee
207مَا أَغْنَىٰ عَنْهُم مَّا كَانُوا يُمَتَّعُونَ
Wanti isaan ittiin qanani’aa turan [adaba Rabbii irraa] maal isaan irraa deebisa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
205Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 205

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 205 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mee naaf himi! Odoo waggoota hedduuf isaan qanansiifnee

Suuratu Aayah 205/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 203–207. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers