Ash-Shu'ara · 204/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ ۝٢٠٤
Aafabi `azaabinaa yasta`jiloon
📖 Afaan Oromoon
Sila adabbii keenya ariifachiifatuu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 202-206 — Suuratu Ash-Shu'ara

202فَيَأْتِيَهُم بَغْتَةً وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ
Inni (adabbichi) odoo isaan hin beekin tasa isaanitti dhufa
203فَيَقُولُوا هَلْ نَحْنُ مُنظَرُونَ
[Akka amannuuf] “yeroon nuuf kennamuu danda’aa?” jedhu
204أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ
Sila adabbii keenya ariifachiifatuu
205أَفَرَأَيْتَ إِن مَّتَّعْنَاهُمْ سِنِينَ
Mee naaf himi! Odoo waggoota hedduuf isaan qanansiifnee
206ثُمَّ جَاءَهُم مَّا كَانُوا يُوعَدُونَ
Sana booda wanti isaan ittiin akeekkachiifamaa turan isaanitti dhufee
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
204Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 204

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 204 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila adabbii keenya ariifachiifatuu

Suuratu Aayah 204/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 202–206. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers