Ash-Shu'ara · 206/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
ثُمَّ جَاءَهُم مَّا كَانُوا يُوعَدُونَ ۝٢٠٦
Summa jaaa`ahum maa kaanoo yoo`adoon
📖 Afaan Oromoon
Sana booda wanti isaan ittiin akeekkachiifamaa turan isaanitti dhufee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 204-208 — Suuratu Ash-Shu'ara

204أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ
Sila adabbii keenya ariifachiifatuu
205أَفَرَأَيْتَ إِن مَّتَّعْنَاهُمْ سِنِينَ
Mee naaf himi! Odoo waggoota hedduuf isaan qanansiifnee
206ثُمَّ جَاءَهُم مَّا كَانُوا يُوعَدُونَ
Sana booda wanti isaan ittiin akeekkachiifamaa turan isaanitti dhufee
207مَا أَغْنَىٰ عَنْهُم مَّا كَانُوا يُمَتَّعُونَ
Wanti isaan ittiin qanani’aa turan [adaba Rabbii irraa] maal isaan irraa deebisa
208وَمَا أَهْلَكْنَا مِن قَرْيَةٍ إِلَّا لَهَا مُنذِرُونَ
Magaalaa tokkollee akeekkachiisaan isaaniif jiraatu malee isaan hin balleessine
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
206Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 206

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 206 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sana booda wanti isaan ittiin akeekkachiifamaa turan isaanitti dhufee

Suuratu Aayah 206/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 204–208. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers