Ash-Shu'ara · 60/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَأَتْبَعُوهُم مُّشْرِقِينَ ۝٦٠
Fa atba`oohum mushriqeen
📖 Afaan Oromoon
Bariifatoo ta’anii isaan hordofan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 58-62 — Suuratu Ash-Shu'ara

58وَكُنُوزٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ
Kuusaa qabeenyaafi iddoowwan kabajamaa irraas
59كَذَٰلِكَ وَأَوْرَثْنَاهَا بَنِي إِسْرَائِيلَ
Akka kanatti Ilmaan Israa’iil ishee dhaalchifne
60فَأَتْبَعُوهُم مُّشْرِقِينَ
Bariifatoo ta’anii isaan hordofan
61فَلَمَّا تَرَاءَى الْجَمْعَانِ قَالَ أَصْحَابُ مُوسَىٰ إِنَّا لَمُدْرَكُونَ
Yeroma gareen lamaan wal argan, gareen Muusaa “nuti dhugumatti [garee Fir’awniin] dhaqqabamoodha” jedhan
62قَالَ كَلَّا ۖ إِنَّ مَعِيَ رَبِّي سَيَهْدِينِ
[Muusaan] ni jedhe: “lakkisaa! Dhugumatti, Gooftaan kiyya na wajjin jiraInni [furmaatatti] na qajeelcha.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
60Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 60

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 60 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Bariifatoo ta’anii isaan hordofan

Suuratu Aayah 60/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 58–62. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers