Ash-Shu'ara · 84/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَاجْعَل لِّي لِسَانَ صِدْقٍ فِي الْآخِرِينَ ۝٨٤
Waj`al lee lisaana sidqin fil aakhireen
📖 Afaan Oromoon
Dhaloota boodaa keessattis faaruu gaarii naaf taasisi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 82-86 — Suuratu Ash-Shu'ara

82وَالَّذِي أَطْمَعُ أَن يَغْفِرَ لِي خَطِيئَتِي يَوْمَ الدِّينِ
Isa guyyaa murtiis badii kiyya akka naaf araaramu kajeeluudha
83رَبِّ هَبْ لِي حُكْمًا وَأَلْحِقْنِي بِالصَّالِحِينَ
Gooftaa kiyya! beekumsa naaf kenniNamoota gaggaariittis na dhaqqabsiisi
84وَاجْعَل لِّي لِسَانَ صِدْقٍ فِي الْآخِرِينَ
Dhaloota boodaa keessattis faaruu gaarii naaf taasisi
85وَاجْعَلْنِي مِن وَرَثَةِ جَنَّةِ النَّعِيمِ
Dhaaltota Jannata qananii dhaalan irraas na taasisi
86وَاغْفِرْ لِأَبِي إِنَّهُ كَانَ مِنَ الضَّالِّينَ
Abbaa kiyyaafis araaramiDhugumatti, inni jallattoota irraa ta’eera
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
84Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 84

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 84 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhaloota boodaa keessattis faaruu gaarii naaf taasisi

Suuratu Aayah 84/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 82–86. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers