Aal-Imran · 173/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Aal-Imran
الَّذِينَ قَالَ لَهُمُ النَّاسُ إِنَّ النَّاسَ قَدْ جَمَعُوا لَكُمْ فَاخْشَوْهُمْ فَزَادَهُمْ إِيمَانًا وَقَالُوا حَسْبُنَا اللَّهُ وَنِعْمَ الْوَكِيلُ ۝١٧٣
Allazeena qaala lahumun naasu innan naasa qad jama`oo lakum fakhshawhuin fazaadahum eemaannanwa wa qaaloo hasbunal laahu wa ni`malwakeel
📖 Afaan Oromoon
(Isaan) warra namoonni isaaniin “Namoonni isiniif (waraana) walitti qabanii jiruu sodaadhaa” jennaan iimaana isaaniif dabalee “ga’aan keenya Rabbii, isarratti hirkachuun toleera” jedhaniidha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 171-175 — Aal-Imran

171۞ يَسْتَبْشِرُونَ بِنِعْمَةٍ مِّنَ اللَّهِ وَفَضْلٍ وَأَنَّ اللَّهَ لَا يُضِيعُ أَجْرَ الْمُؤْمِنِينَ
Ni’imaafi tola Rabbirraa ta’eefi Rabbiin mindaa mu’uminootaa balleessuu dhabuun ni gammadu
172الَّذِينَ اسْتَجَابُوا لِلَّهِ وَالرَّسُولِ مِن بَعْدِ مَا أَصَابَهُمُ الْقَرْحُ ۚ لِلَّذِينَ أَحْسَنُوا مِنْهُمْ وَاتَّقَوْا أَجْرٌ عَظِيمٌ
(Isaan) warra erga madaan isaan tuqee booda Rabbiifi ergamaaf awwaataniidhaIsaan irraa warra toltuu hojjataniifi Rabbiin sodaataniif mindaa guddaatu jira
173الَّذِينَ قَالَ لَهُمُ النَّاسُ إِنَّ النَّاسَ قَدْ جَمَعُوا لَكُمْ فَاخْشَوْهُمْ فَزَادَهُمْ إِيمَانًا وَقَالُوا حَسْبُنَا اللَّهُ وَنِعْمَ الْوَكِيلُ
(Isaan) warra namoonni isaaniin “Namoonni isiniif (waraana) walitti qabanii jiruu sodaadhaa” jennaan iimaana isaaniif dabalee “ga’aan keenya Rabbii, isarratti hirkachuun toleera” jedhaniidha
174فَانقَلَبُوا بِنِعْمَةٍ مِّنَ اللَّهِ وَفَضْلٍ لَّمْ يَمْسَسْهُمْ سُوءٌ وَاتَّبَعُوا رِضْوَانَ اللَّهِ ۗ وَاللَّهُ ذُو فَضْلٍ عَظِيمٍ
Odoo hamtuun isaan hin tuqin jaalala Rabbiis hordofanii ni’imaa Rabbi irraa ta’eefi tola isaatiin deebi’anRabbiin abbaa tola guddaati
175إِنَّمَا ذَٰلِكُمُ الشَّيْطَانُ يُخَوِّفُ أَوْلِيَاءَهُ فَلَا تَخَافُوهُمْ وَخَافُونِ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ
Inni sun sheyxaana; jaalalloo isaa (isin) sodaachisaa, yoo mu’umina taataniif isaan hin sodaatinaatii anuma sodaadhaa
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
173Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 173

Suuratu Aal-Imran Aayah 173 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isaan) warra namoonni isaaniin “Namoonni isiniif (waraana) walitti qabanii jiruu…

Suuratu Aayah 173/200 — Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Aal-Imran Caqasi, Aal-Imran Hiikkaa, Aal-Imran mp3, Aal-Imran pdf. Aayah 171–175. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers