As-Saffat · 14/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَإِذَا رَأَوْا آيَةً يَسْتَسْخِرُونَ ۝١٤
Wa izaa ra aw Aayatinw yastaskhiroon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo mallattoo arganis ni baacu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Suuratu As-Saffat

12بَلْ عَجِبْتَ وَيَسْخَرُونَ
Dhugumatti, (diduu isaanii) dinqisiifattee jirta; isaan immoo ni qoosu
13وَإِذَا ذُكِّرُوا لَا يَذْكُرُونَ
Yeroo gorfamanis hin gorfamanu
14وَإِذَا رَأَوْا آيَةً يَسْتَسْخِرُونَ
Yeroo mallattoo arganis ni baacu
15وَقَالُوا إِنْ هَٰذَا إِلَّا سِحْرٌ مُّبِينٌ
“Kun Sihrii ifa galaadha malee waan biraatii miti” jadhan
16أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ
“Sila erga duunee, biyyeefi lafee taanee booda, nuti kaafamnaa
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 14

Suuratu As-Saffat Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo mallattoo arganis ni baacu

Suuratu Aayah 14/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers