As-Saffat · 13/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَإِذَا ذُكِّرُوا لَا يَذْكُرُونَ ۝١٣
Wa izaa zukkiroo laa yazkuroon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo gorfamanis hin gorfamanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Suuratu As-Saffat

11فَاسْتَفْتِهِمْ أَهُمْ أَشَدُّ خَلْقًا أَم مَّنْ خَلَقْنَا ۚ إِنَّا خَلَقْنَاهُم مِّن طِينٍ لَّازِبٍ
Mee Isaan gaafadhuUumuu keessatti kan irra cimu isaani moo warra uumne kan biraati? Nuti dhoqqee walitti qabattuu irraa isaan uumne
12بَلْ عَجِبْتَ وَيَسْخَرُونَ
Dhugumatti, (diduu isaanii) dinqisiifattee jirta; isaan immoo ni qoosu
13وَإِذَا ذُكِّرُوا لَا يَذْكُرُونَ
Yeroo gorfamanis hin gorfamanu
14وَإِذَا رَأَوْا آيَةً يَسْتَسْخِرُونَ
Yeroo mallattoo arganis ni baacu
15وَقَالُوا إِنْ هَٰذَا إِلَّا سِحْرٌ مُّبِينٌ
“Kun Sihrii ifa galaadha malee waan biraatii miti” jadhan
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 13

Suuratu As-Saffat Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo gorfamanis hin gorfamanu

Suuratu Aayah 13/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers