As-Saffat · 15/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَقَالُوا إِنْ هَٰذَا إِلَّا سِحْرٌ مُّبِينٌ ۝١٥
Wa qaalooo in haazaa illaa sihrum mubeen
📖 Afaan Oromoon
“Kun Sihrii ifa galaadha malee waan biraatii miti” jadhan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 13-17 — Suuratu As-Saffat

13وَإِذَا ذُكِّرُوا لَا يَذْكُرُونَ
Yeroo gorfamanis hin gorfamanu
14وَإِذَا رَأَوْا آيَةً يَسْتَسْخِرُونَ
Yeroo mallattoo arganis ni baacu
15وَقَالُوا إِنْ هَٰذَا إِلَّا سِحْرٌ مُّبِينٌ
“Kun Sihrii ifa galaadha malee waan biraatii miti” jadhan
16أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ
“Sila erga duunee, biyyeefi lafee taanee booda, nuti kaafamnaa
17أَوَآبَاؤُنَا الْأَوَّلُونَ
Abbootiin keenya kan jalqabaatis moo
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 15

Suuratu As-Saffat Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Kun Sihrii ifa galaadha malee waan biraatii miti” jadhan

Suuratu Aayah 15/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers