As-Saffat · 147/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَأَرْسَلْنَاهُ إِلَىٰ مِائَةِ أَلْفٍ أَوْ يَزِيدُونَ ۝١٤٧
Wa arsalnaahu ilaa mi`ati alfin aw yazeedoon
📖 Afaan Oromoon
Gara (namoota) kuma dhibbaa yookiin sanarra dabalaniitti isa ergine

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 145-149 — Suuratu As-Saffat

145۞ فَنَبَذْنَاهُ بِالْعَرَاءِ وَهُوَ سَقِيمٌ
Isaa dhukkubsataa lafa dirreetti isa darbine
146وَأَنبَتْنَا عَلَيْهِ شَجَرَةً مِّن يَقْطِينٍ
Muka buqqee irraa ta’e isa irratti biqilchine
147وَأَرْسَلْنَاهُ إِلَىٰ مِائَةِ أَلْفٍ أَوْ يَزِيدُونَ
Gara (namoota) kuma dhibbaa yookiin sanarra dabalaniitti isa ergine
148فَآمَنُوا فَمَتَّعْنَاهُمْ إِلَىٰ حِينٍ
Achumaan amannaan hanga yeroo murtaa’eetti isaan qanansiifne
149فَاسْتَفْتِهِمْ أَلِرَبِّكَ الْبَنَاتُ وَلَهُمُ الْبَنُونَ
(Yaa Muhammad!) isaan gaafadhu: “Sila Gooftaa keetiif ilmaan dubaraa ta’aniiti, isaaniif immoo ilmaan dhiiraa ta’anii?”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
147Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 147

Suuratu As-Saffat Aayah 147 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara (namoota) kuma dhibbaa yookiin sanarra dabalaniitti isa ergine

Suuratu Aayah 147/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 145–149. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers