As-Saffat · 63/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّا جَعَلْنَاهَا فِتْنَةً لِّلظَّالِمِينَ ۝٦٣
Innaa ja`alnaahaa fitnatal lizzaalimeen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti Nuti miidhaa raawwattootaaf mokkoroo ishee taasifne

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 61-65 — Suuratu As-Saffat

61لِمِثْلِ هَٰذَا فَلْيَعْمَلِ الْعَامِلُونَ
Fakkaataa kanaatiif hojjattoonni haa hojjatanu
62أَذَٰلِكَ خَيْرٌ نُّزُلًا أَمْ شَجَرَةُ الزَّقُّومِ
Qubannaaf sanatu caala moo, (muka hadhaawaa) zaqquumtu caala
63إِنَّا جَعَلْنَاهَا فِتْنَةً لِّلظَّالِمِينَ
Dhugumatti Nuti miidhaa raawwattootaaf mokkoroo ishee taasifne
64إِنَّهَا شَجَرَةٌ تَخْرُجُ فِي أَصْلِ الْجَحِيمِ
Isheen muka hundee ibidda jahannam keessaan baatuudha
65طَلْعُهَا كَأَنَّهُ رُءُوسُ الشَّيَاطِينِ
Firiin ishee akka mataa sheyxaanotaati
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
63Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 63

Suuratu As-Saffat Aayah 63 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti Nuti miidhaa raawwattootaaf mokkoroo ishee taasifne

Suuratu Aayah 63/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 61–65. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers