As-Saffat · 62/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
أَذَٰلِكَ خَيْرٌ نُّزُلًا أَمْ شَجَرَةُ الزَّقُّومِ ۝٦٢
Azaalika khairun nuzulan am shajaratuz Zaqqom
📖 Afaan Oromoon
Qubannaaf sanatu caala moo, (muka hadhaawaa) zaqquumtu caala

🎧 Caqasi


📜 Aayah 60-64 — Suuratu As-Saffat

60إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Kun isumatu milkii guddaadha
61لِمِثْلِ هَٰذَا فَلْيَعْمَلِ الْعَامِلُونَ
Fakkaataa kanaatiif hojjattoonni haa hojjatanu
62أَذَٰلِكَ خَيْرٌ نُّزُلًا أَمْ شَجَرَةُ الزَّقُّومِ
Qubannaaf sanatu caala moo, (muka hadhaawaa) zaqquumtu caala
63إِنَّا جَعَلْنَاهَا فِتْنَةً لِّلظَّالِمِينَ
Dhugumatti Nuti miidhaa raawwattootaaf mokkoroo ishee taasifne
64إِنَّهَا شَجَرَةٌ تَخْرُجُ فِي أَصْلِ الْجَحِيمِ
Isheen muka hundee ibidda jahannam keessaan baatuudha
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
62Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 62

Suuratu As-Saffat Aayah 62 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qubannaaf sanatu caala moo, (muka hadhaawaa) zaqquumtu caala

Suuratu Aayah 62/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 60–64. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers