As-Saffat · 65/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
طَلْعُهَا كَأَنَّهُ رُءُوسُ الشَّيَاطِينِ ۝٦٥
Tal`uhaa ka annahoo ru`oosush Shayaateen
📖 Afaan Oromoon
Firiin ishee akka mataa sheyxaanotaati

🎧 Caqasi


📜 Aayah 63-67 — Suuratu As-Saffat

63إِنَّا جَعَلْنَاهَا فِتْنَةً لِّلظَّالِمِينَ
Dhugumatti Nuti miidhaa raawwattootaaf mokkoroo ishee taasifne
64إِنَّهَا شَجَرَةٌ تَخْرُجُ فِي أَصْلِ الْجَحِيمِ
Isheen muka hundee ibidda jahannam keessaan baatuudha
65طَلْعُهَا كَأَنَّهُ رُءُوسُ الشَّيَاطِينِ
Firiin ishee akka mataa sheyxaanotaati
66فَإِنَّهُمْ لَآكِلُونَ مِنْهَا فَمَالِئُونَ مِنْهَا الْبُطُونَ
Isaan ishee irraa nyaatanii garaa isaanii ishee irraa guuttatu
67ثُمَّ إِنَّ لَهُمْ عَلَيْهَا لَشَوْبًا مِّنْ حَمِيمٍ
Sana booda isaaniif (dhugaatii) bishaan danfaa irraa makametu jira
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
65Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 65

Suuratu As-Saffat Aayah 65 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Firiin ishee akka mataa sheyxaanotaati

Suuratu Aayah 65/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 63–67. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers