As-Saffat · 66/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَإِنَّهُمْ لَآكِلُونَ مِنْهَا فَمَالِئُونَ مِنْهَا الْبُطُونَ ۝٦٦
Fa innahum la aakiloona minhaa famaali`oona minhal butoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan ishee irraa nyaatanii garaa isaanii ishee irraa guuttatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 64-68 — Suuratu As-Saffat

64إِنَّهَا شَجَرَةٌ تَخْرُجُ فِي أَصْلِ الْجَحِيمِ
Isheen muka hundee ibidda jahannam keessaan baatuudha
65طَلْعُهَا كَأَنَّهُ رُءُوسُ الشَّيَاطِينِ
Firiin ishee akka mataa sheyxaanotaati
66فَإِنَّهُمْ لَآكِلُونَ مِنْهَا فَمَالِئُونَ مِنْهَا الْبُطُونَ
Isaan ishee irraa nyaatanii garaa isaanii ishee irraa guuttatu
67ثُمَّ إِنَّ لَهُمْ عَلَيْهَا لَشَوْبًا مِّنْ حَمِيمٍ
Sana booda isaaniif (dhugaatii) bishaan danfaa irraa makametu jira
68ثُمَّ إِنَّ مَرْجِعَهُمْ لَإِلَى الْجَحِيمِ
Sana booda deebiin isaanii gara ibidda jahannam ta’a
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
66Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 66

Suuratu As-Saffat Aayah 66 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan ishee irraa nyaatanii garaa isaanii ishee irraa guuttatu

Suuratu Aayah 66/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 64–68. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers