As-Saffat · 67/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
ثُمَّ إِنَّ لَهُمْ عَلَيْهَا لَشَوْبًا مِّنْ حَمِيمٍ ۝٦٧
Summa inna lahum `alaihaa lashawbam min hameem
📖 Afaan Oromoon
Sana booda isaaniif (dhugaatii) bishaan danfaa irraa makametu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 65-69 — Suuratu As-Saffat

65طَلْعُهَا كَأَنَّهُ رُءُوسُ الشَّيَاطِينِ
Firiin ishee akka mataa sheyxaanotaati
66فَإِنَّهُمْ لَآكِلُونَ مِنْهَا فَمَالِئُونَ مِنْهَا الْبُطُونَ
Isaan ishee irraa nyaatanii garaa isaanii ishee irraa guuttatu
67ثُمَّ إِنَّ لَهُمْ عَلَيْهَا لَشَوْبًا مِّنْ حَمِيمٍ
Sana booda isaaniif (dhugaatii) bishaan danfaa irraa makametu jira
68ثُمَّ إِنَّ مَرْجِعَهُمْ لَإِلَى الْجَحِيمِ
Sana booda deebiin isaanii gara ibidda jahannam ta’a
69إِنَّهُمْ أَلْفَوْا آبَاءَهُمْ ضَالِّينَ
Dhugumatti, isaan abbootii isaanii jallattoota arganiiti
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
67Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 67

Suuratu As-Saffat Aayah 67 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sana booda isaaniif (dhugaatii) bishaan danfaa irraa makametu jira

Suuratu Aayah 67/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 65–69. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers