Sad · 68/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
أَنتُمْ عَنْهُ مُعْرِضُونَ ۝٦٨
Antum `anhu mu`ridoon
📖 Afaan Oromoon
Isin isa irraa garagaltani

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 66-70 — Suuratu Sad

66رَبُّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا الْعَزِيزُ الْغَفَّارُ
Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaan lamaanii jiruu, injifataa, araaramaa ta’e malee
67قُلْ هُوَ نَبَأٌ عَظِيمٌ
Jedhi: “inni (Qur’aanni ) oduu guddaadha
68أَنتُمْ عَنْهُ مُعْرِضُونَ
Isin isa irraa garagaltani
69مَا كَانَ لِيَ مِنْ عِلْمٍ بِالْمَلَإِ الْأَعْلَىٰ إِذْ يَخْتَصِمُونَ
Yeroo isaan (waa’ee Aadam keessatti) falman ani waa’ee jiraattoota olii (maleykotaa) irraa beekumsa hin qabu
70إِن يُوحَىٰ إِلَيَّ إِلَّا أَنَّمَا أَنَا نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Ani sodaachisaa ifa galaa ta’uu malee beeksifni (biraa) gara kiyya hin godhamu.”
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
68Aayah

Hiikkaa — Sad 68

Suuratu Sad Aayah 68 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isin isa irraa garagaltani

Suuratu Aayah 68/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 66–70. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers