Az-Zumar · 30/75
Hiikkaa Sagaleeffama — Az-Zumar
إِنَّكَ مَيِّتٌ وَإِنَّهُم مَّيِّتُونَ ۝٣٠
Innaka maiyitunw wa inna hum maiyitunw wa inna hum maiyitoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, (Yaa Muhammad) ati ni duuta; isaanis ni du’u
🎧 Caqasi

📜 Aayah 28-32 — Az-Zumar

28قُرْآنًا عَرَبِيًّا غَيْرَ ذِي عِوَجٍ لَّعَلَّهُمْ يَتَّقُونَ
Dubbifamaa afaan Arabaa haala ta’een, kan jallinna tokko hin qabne ta’ee akka Rabbiin sodaataniif jecha (isaanif buufne)
29ضَرَبَ اللَّهُ مَثَلًا رَّجُلًا فِيهِ شُرَكَاءُ مُتَشَاكِسُونَ وَرَجُلًا سَلَمًا لِّرَجُلٍ هَلْ يَسْتَوِيَانِ مَثَلًا ۚ الْحَمْدُ لِلَّهِ ۚ بَلْ أَكْثَرُهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Rabbiin ‘nama tokko kan shariikkan (isa irratti) wal hin taane waliin qabaniifi kan namni tokko qofti qabu fakkeenya godheIsaan kun lamaan fakkeenyaaf walqixaa? Faaruun hundi kan RabbiitiGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu
30إِنَّكَ مَيِّتٌ وَإِنَّهُم مَّيِّتُونَ
Dhugumatti, (Yaa Muhammad) ati ni duuta; isaanis ni du’u
31ثُمَّ إِنَّكُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ عِندَ رَبِّكُمْ تَخْتَصِمُونَ
Ergasii isin (hunduu) Guyyaa Qiyaamaa Gooftaa keessan biratti wal mormitu
32۞ فَمَنْ أَظْلَمُ مِمَّن كَذَبَ عَلَى اللَّهِ وَكَذَّبَ بِالصِّدْقِ إِذْ جَاءَهُ ۚ أَلَيْسَ فِي جَهَنَّمَ مَثْوًى لِّلْكَافِرِينَ
Sila nama Rabbi irratti sobe, kan yeroo dhugaan isatti dhufu sobsiise irra namni miidhaa hojjate ni jiraa? Sila teessoon kaafirootaa jahannam keessa hin taanee
Az-ZumarTarreeffama Qur'ana
75Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Az-Zumar 30

Suuratu Az-Zumar Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, (Yaa Muhammad) ati ni duuta; isaanis ni du’u

Suuratu Aayah 30/75 — Az-Zumar الزمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Az-Zumar Caqasi, Az-Zumar Hiikkaa, Az-Zumar mp3, Az-Zumar pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers