An-Nisa · 68/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
وَلَهَدَيْنَاهُمْ صِرَاطًا مُّسْتَقِيمًا ۝٦٨
Wa lahadainaahum Siraatam mustaqeemaa
📖 Afaan Oromoon
Silaa dhugumatti karaa sirrii ta’es isaan qajeelchina turre

🎧 Caqasi


📜 Aayah 66-70 — Suuratu An-Nisa

66وَلَوْ أَنَّا كَتَبْنَا عَلَيْهِمْ أَنِ اقْتُلُوا أَنفُسَكُمْ أَوِ اخْرُجُوا مِن دِيَارِكُم مَّا فَعَلُوهُ إِلَّا قَلِيلٌ مِّنْهُمْ ۖ وَلَوْ أَنَّهُمْ فَعَلُوا مَا يُوعَظُونَ بِهِ لَكَانَ خَيْرًا لَّهُمْ وَأَشَدَّ تَثْبِيتًا
Odoo Nuti isaan irratti “Lubbuu keessan ajjeesaa yookiin manneen keessan irraa ba’aa” (jennee) katabnee silaa warra muraasa isaan irraa ta’an malee (baay’een isaanii) isa hin dalaganuOdoo isaan waan itti ajajaman kana dalaganii silaa sanatu isaaniif caalaadhaAkkaan (amantii isaanii) raggaasisas ture
67وَإِذًا لَّآتَيْنَاهُم مِّن لَّدُنَّا أَجْرًا عَظِيمًا
Silaa yeroo san dhugumatti nu biraa mindaa guddaa isaaniif kennina turre
68وَلَهَدَيْنَاهُمْ صِرَاطًا مُّسْتَقِيمًا
Silaa dhugumatti karaa sirrii ta’es isaan qajeelchina turre
69وَمَن يُطِعِ اللَّهَ وَالرَّسُولَ فَأُولَٰئِكَ مَعَ الَّذِينَ أَنْعَمَ اللَّهُ عَلَيْهِم مِّنَ النَّبِيِّينَ وَالصِّدِّيقِينَ وَالشُّهَدَاءِ وَالصَّالِحِينَ ۚ وَحَسُنَ أُولَٰئِكَ رَفِيقًا
Namni Rabbiifi Ergamaadhaaf ajajames isaan sun nabiyyoota, dhugoomsitoota, shahiidotaafi warren gaggaarii irraa warra Rabbiin qanansiise waliin ta’uWarra kanaan hiriyoomuun waa tole
70ذَٰلِكَ الْفَضْلُ مِنَ اللَّهِ ۚ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ عَلِيمًا
Tolli kun Rabbi irraayyiBeekumsaanis Rabbiin qofti ga’aadha
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
68Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 68

Suuratu An-Nisa Aayah 68 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Silaa dhugumatti karaa sirrii ta’es isaan qajeelchina turre

Suuratu Aayah 68/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 66–70. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers