Adh-Dhariyat · 54/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Adh-Dhariyat
فَتَوَلَّ عَنْهُمْ فَمَا أَنتَ بِمَلُومٍ ۝٥٤
Fatawalla `anhum famaaa anta bimaloom
📖 Afaan Oromoon
Isaan irraa garagali; ati komatamaa miti
🎧 Caqasi

📜 Aayah 52-56 — Adh-Dhariyat

52كَذَٰلِكَ مَا أَتَى الَّذِينَ مِن قَبْلِهِم مِّن رَّسُولٍ إِلَّا قَالُوا سَاحِرٌ أَوْ مَجْنُونٌ
Akkasuma, ergamaan tokkos warra isaan dura turanitti hin dhufne, yoo isaan “falfalaadha; yookiin maraataadha” jedhaniin malee
53أَتَوَاصَوْا بِهِ ۚ بَلْ هُمْ قَوْمٌ طَاغُونَ
Sila (sobsiisuu kana) waliif dhaamanii? Lakkisaa, isaanumatu ummata daangaa dabroodha
54فَتَوَلَّ عَنْهُمْ فَمَا أَنتَ بِمَلُومٍ
Isaan irraa garagali; ati komatamaa miti
55وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ
Yaadachiisi; yaadachiifni mu’uminoota ni fayyaddii
56وَمَا خَلَقْتُ الْجِنَّ وَالْإِنسَ إِلَّا لِيَعْبُدُونِ
Jinniifi ilma namaa akka Ana qofa gabbaraniif malee hin uumne
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
54Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 54

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 54 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan irraa garagali; ati komatamaa miti

Suuratu Aayah 54/60 — Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Adh-Dhariyat Caqasi, Adh-Dhariyat Hiikkaa, Adh-Dhariyat mp3, Adh-Dhariyat pdf. Aayah 52–56. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers