At-Tur · 13/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
يَوْمَ يُدَعُّونَ إِلَىٰ نَارِ جَهَنَّمَ دَعًّا ۝١٣
Yawma yuda`-`oona ilaa naari jahannama da`-`aa
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa humnaan gara ibidda jahannam oofamiinsa oofaman

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Suuratu At-Tur

11فَوَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Warra guyyaa san kijibsiisaniif badii ibiddaatu jira
12الَّذِينَ هُمْ فِي خَوْضٍ يَلْعَبُونَ
(Isaan) warra soba keessa taphataniidha
13يَوْمَ يُدَعُّونَ إِلَىٰ نَارِ جَهَنَّمَ دَعًّا
Guyyaa humnaan gara ibidda jahannam oofamiinsa oofaman
14هَٰذِهِ النَّارُ الَّتِي كُنتُم بِهَا تُكَذِّبُونَ
(Isaaniin jedhama): “Isheen kun ibidda kan ishee sobsiisaa turtaniidha
15أَفَسِحْرٌ هَٰذَا أَمْ أَنتُمْ لَا تُبْصِرُونَ
Sila kun falfala moo isinumatu hin argitanu
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — At-Tur 13

Suuratu At-Tur Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa humnaan gara ibidda jahannam oofamiinsa oofaman

Suuratu Aayah 13/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers