At-Tur · 12/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
الَّذِينَ هُمْ فِي خَوْضٍ يَلْعَبُونَ ۝١٢
Allazeena hum fee khawdiny yal`aboon
📖 Afaan Oromoon
(Isaan) warra soba keessa taphataniidha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu At-Tur

10وَتَسِيرُ الْجِبَالُ سَيْرًا
(Guyyaa) gaarreenis deemicha deemtu
11فَوَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Warra guyyaa san kijibsiisaniif badii ibiddaatu jira
12الَّذِينَ هُمْ فِي خَوْضٍ يَلْعَبُونَ
(Isaan) warra soba keessa taphataniidha
13يَوْمَ يُدَعُّونَ إِلَىٰ نَارِ جَهَنَّمَ دَعًّا
Guyyaa humnaan gara ibidda jahannam oofamiinsa oofaman
14هَٰذِهِ النَّارُ الَّتِي كُنتُم بِهَا تُكَذِّبُونَ
(Isaaniin jedhama): “Isheen kun ibidda kan ishee sobsiisaa turtaniidha
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — At-Tur 12

Suuratu At-Tur Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isaan) warra soba keessa taphataniidha

Suuratu Aayah 12/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers