An-Najm · 12/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
أَفَتُمَارُونَهُ عَلَىٰ مَا يَرَىٰ ۝١٢
Afatumaaroonahoo `alaa maayaraa
📖 Afaan Oromoon
Sila ergasii waan inni (yeroo mi’iraajaa) arge irratti isa mormituu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu An-Najm

10فَأَوْحَىٰ إِلَىٰ عَبْدِهِ مَا أَوْحَىٰ
Gara gabricha Isaatti (Rabbiitti) waan wahyii godhe wahyii godhe
11مَا كَذَبَ الْفُؤَادُ مَا رَأَىٰ
Onneen (Nabiyyii-SAW) waan arge keessatti homaa hin sobne
12أَفَتُمَارُونَهُ عَلَىٰ مَا يَرَىٰ
Sila ergasii waan inni (yeroo mi’iraajaa) arge irratti isa mormituu
13وَلَقَدْ رَآهُ نَزْلَةً أُخْرَىٰ
Dhugumatti yeroo biraas isa argeera
14عِندَ سِدْرَةِ الْمُنتَهَىٰ
Qurquraa daangaa (samii torbaffaa) biratti arge
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — An-Najm 12

Suuratu An-Najm Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila ergasii waan inni (yeroo mi’iraajaa) arge irratti isa mormituu

Suuratu Aayah 12/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers